Motummaan Federaalaa namoota 76 kanneen adda durummaan hokkoraafi jeequmsa sirna salaata Finfinnee irratti hirmaatan to’annoo jala oolchuu beeksise. click here to read original article...
BBC Afaan Oromo
Pirezidantiin Keeniyaa Uhuruu Keeniyaattaa itti aanaan isaanii Wiiliiyaam Ruutoon, filannoo Hagayya dhufu keessa gaggeeffamuu irratti wal dhabdee cimaan waan umameef, aangoo akka gadhiisaniif gaafatan. click here to read original article...
Lola Tigraayitti jalqabe hordofee hidhaa kan seenan Meejar Janaraal Gabramadihiin Fiqaaduu haala ammatti hin beekmaneen lubbuun isaanii darbeera. Ajajaan waraanaa kuni eenyu? click here to read original article...
Nama sababa malee waan gaarii namaa godhu, akka gowwaa, laafaafi garraamii wayiitti yeroon itti ilaalamu baayyee jira. Tahus gaarummaan hariiroo namootaa waliin qabnuuf dhimma murteessaa dha. click here to read original article...
Sooma Ramadaamaa ji'a tokkoof tureen booda, ayyaanni Iid al-Faxirii 1443ffaa addunyaa maratti kabajamaa jira. click here to read original article...
Poolisiin magaa Finfinnee sagadni Iidii osoo hin gahiin dura naannoo dirree Masqalaatti kan argamu Muuziyeemii yaadannoo 'Qay Shibbir' jedhamutti 'namootni dhuunfaa jeequmsa kaasaniin qabeenya irra miidhaan gaheera'' jedhe. click here to read original article...
Leenjisaan Arsenaal Maayikil Artettaan injifannoon Arsenaal West Haam irratti istaadiyeemii London irratti galmeesse kun mallattoo garee guddaati jedhe. click here to read original article...
Dhukkeen qilleensa cimaan biyya Iraanitti ka'e samii magaalota biyyattii gara caalu burtukaana fakkesseera. click here to read original article...
Daandiin qilleensaa Awustiraaliyaa balaliinsa isaa haaraadhaan osoo bakka biraa hin qubatiin kallattiin magaalaa Addunyaa kamuu qubachuu akka danda'u beeksiise. click here to read original article...
Poolisiin Ameerikaa sirreefamaa murteen du'aa eegatuu fi eegduu mana sirreessaa isa waliin miliqxe adamsaa jiraachu beeksiise. click here to read original article...