Abbaan warraa fi haati warraa kuni erga bulti ijaarratanii jireenya waliinii eegalanii amma waggootni 18 lakkaa’amaniiru. Waggoota 18 darbe waliin jiraatan kana keessatti garuu dhala hin godhanne. click here to read original article...
BBC Afaan Oromo
Weerarri Koronaavaayirasii addunyaa waliin gaheefi yaaddessee ture Itoophiyaaf yaaddoo dabalataa dhiisee darbeera. Koronaavaayirasiin fayyaafi dinagdeen ala haala siyaasaa Itoophiyaa akkamiin hube? click here to read original article...
Motummaan Waaraan Giinii baatii ce'umsaa 39 booda aangoo bulchiinsa siiviiliittin dabarsa jedhe. click here to read original article...
Maatiin Pool Ruusesabagina mootummaan Ruwaandaa ukkaamsaa fi dararaa isa irraan gahe jedhaniif himata banan. click here to read original article...
Dirooniin sirna kunuunsa fayyaa Indiyaa jijjireera garuu ammoo oggeessoonni indastiriin diroonii omishuu yaaliiwwan dabalataa akka gaggeessuuf waammicha taasisaa jiru. click here to read original article...
Bakka bu'aan taphattoota bebbekamoo akka Pool Poogbaa, Erling Haalaandii fi Maatis De Laayit ganna 54'n du'aan adunyaa irraa boqatan. click here to read original article...
Neel Paarish mana maree bakka bu'oota ummataa keessatti bilbilaanaa fiilmii saal-qunnamtii (porn) ilaalaa turuusaa amanuun nama gaarii hin turre jechuun BBCtti himan. click here to read original article...
Salaamaawiitti Hunanyaa shamarree waggaa 24 yoo taatuu, ogummaa faarmaasitiin eebbiifamuun faarmaasii dhunfaa tokko keessatti mindeefamuun hojjataa turte. Naannoo Amaaraa Aanaa Hulati Ijju Inaseetti jiraattuu magaalaa Qaraaniyoo kan taate Salaamaawiiti nama Yihenawu Fantaa jedhamuun miidhaan asiidii irra gahee ture. Ammas namuma kanaan isheefi maatii isheerra dorsiisoon gahaa jiraachu dubbatti. click here to...
Jarmaniin qabeenyaawwan Xaaliyaanii keessaa qabduu beenyaa yeekka waraanaa Naaziitiif jecha jalaa qabame akka dhaabbatu barbaaddi. click here to read original article...
Faransaayi loltoonni ishee saaxilamtoota duula maqaa balleessoo garee ergamtoota Raashiyaa ta'an jetti. click here to read original article...