Erga Adda Bilisummaa Oromoo biyyatti waamanii, Tiim Lammaan karaa ittiin sochii uummataa yaada keessa galchuun aangoo of harka turfatan irratti hojjechaa jiru.